Use APKPure App
Get HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo old version APK for Android
Hiibboo est un jeu de puzzle cérébral oral traditionnel joué par les Oromo pour le plaisir
Hiibboo est l'équivalent de Riddle en anglais, presque :) Hiibboo ou Riddle est une forme de jeu de devinettes qui fait partie du folklore de la plupart des cultures depuis les temps anciens. L'application contient quelques questions Hiibboo en langue Afan Oromo.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis Wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Merci d'avoir téléchargé,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Éthiopie
Last updated on Feb 16, 2025
Minor Bug fixes.
Telechargé par
KoiLi Khôi
Nécessite Android
Android 5.0+
Catégories
Signaler
HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo
3.52 by OromNet Software and Application Development
Feb 16, 2025